Ermiyaas 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yeroo sanatti isaan Yerusaalemiin teessoo Yihowaa jedhanii ni waamu;+ saboonni hundis maqaa Yihowaatiif ulfina kennuuf Yerusaalemitti walitti ni qabamu;+ isaan kana booda didaa taʼuudhaan garaa isaanii isa hamaa duukaa hin buʼan.” Yooʼel 3:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Ani dhiiga* isaanii isan akka qulqulluutti hin ilaalle sana akka qulqulluutti nan ilaala;+Yihowaan Xiyoon keessa ni jiraata.”+ Zakkaariyaas 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Yaa intala Xiyoon,+ gammachuudhaan ililchi; sababiin isaas, ani nan dhufa,+ si gidduus nan jiraadha”+ jedha Yihowaan.
17 Yeroo sanatti isaan Yerusaalemiin teessoo Yihowaa jedhanii ni waamu;+ saboonni hundis maqaa Yihowaatiif ulfina kennuuf Yerusaalemitti walitti ni qabamu;+ isaan kana booda didaa taʼuudhaan garaa isaanii isa hamaa duukaa hin buʼan.”
21 Ani dhiiga* isaanii isan akka qulqulluutti hin ilaalle sana akka qulqulluutti nan ilaala;+Yihowaan Xiyoon keessa ni jiraata.”+
10 “Yaa intala Xiyoon,+ gammachuudhaan ililchi; sababiin isaas, ani nan dhufa,+ si gidduus nan jiraadha”+ jedha Yihowaan.