Hisqiʼel 47:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Naannoon isin akka dhaalaatti gosoota Israaʼel 12niif ramaddan isa kana; Yoseef immoo gaʼee lama ni argata.+
13 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Naannoon isin akka dhaalaatti gosoota Israaʼel 12niif ramaddan isa kana; Yoseef immoo gaʼee lama ni argata.+