14 Isa tokko isa kan biraatti, abbootaa fi ilmaanis walitti rukutee nan caccabsa.+ Gara laafina isaanitti hin argisiisu yookiin isaaniif hin gaddu yookiin araara akkamii iyyuu isaanitti hin argisiisu; isaan balleessuu irraa wanti na dhowwus hin jiraatu” jedha Yihowaan.’+