Isaayyaas 59:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Manʼeen sarariitii sun uffata hin taʼu,Isaanis wanta tolfatan sana hin uffatan.+ Hojiin isaanii miidhaa kan geessisu dha,Gochi jalʼinaas harka isaanii keessa jira.+ Miikiyaas 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Isaan maasii ni hawwu, ni qabatus;+Mana ni hawwu, isas ni fudhatu;Nama gowwoomsanii mana isaa ni fudhatu,+Dhaala isaas jalaa ni fudhatu.
6 Manʼeen sarariitii sun uffata hin taʼu,Isaanis wanta tolfatan sana hin uffatan.+ Hojiin isaanii miidhaa kan geessisu dha,Gochi jalʼinaas harka isaanii keessa jira.+
2 Isaan maasii ni hawwu, ni qabatus;+Mana ni hawwu, isas ni fudhatu;Nama gowwoomsanii mana isaa ni fudhatu,+Dhaala isaas jalaa ni fudhatu.