LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 22:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 ‘Ijji kee fi garaan kee kan xiyyeeffate garuu buʼaa sirrii hin taane argachuu irratti,

      Dhiiga qulqulluu dhangalaasuu irratti,

      Akkasumas gowwoomsaa fi saamicha raawwachuu irratti qofa dha.’

  • Hisqiʼel 22:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Si gidduutti isaan dhiiga dhangalaasuuf mattaʼaa fudhatu.+ Atis dhalaan yookiin buʼaa* argachuuf jettee liqeessita;+ olloota kee irraas maallaqa saamta.+ Eeyyee, ati guutummaatti na irraanfatteetta’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.

  • Hisqiʼel 22:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Namoonni biyyattii gowwoomsaa fi saamicha raawwataniiru,+ isa rakkataa fi isa hiyyeessa taʼes cunqursaniiru, nama biyya ormaa gowwoomsaniiru, haqas isa dhowwataniiru.’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi