-
Ermiyaas 6:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Manneen isaanii,
Maasiiwwan isaanii fi haadhotiin manaa isaanii kan warra kaanii ni taʼu.+
Sababiin isaas, ani jiraattota biyyattii irratti harka koo nan diriirsa” jedha Yihowaan.
-
-
Faaruu Ermiyaas 5:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Dhaalli keenya keessummootaaf, manni keenyas namoota biyya ormaatiif kennameera.+
-