-
Ermiyaas 8:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kanaafuu, ani haadhotii manaa isaanii dhiirota kan birootiif,
Maasiiwwan isaaniis namoota kan birootiif nan kenna;+
Sababiin isaas, isa xinnaadhaa hamma isa guddaatti, tokkoon tokkoon isaanii buʼaa sirrii hin taane argachuuf yaalu;+
Raajicha irraa hamma lubichaatti, tokkoon tokkoon isaanii gowwoomsaa raawwatu.+
-