Hisqiʼel 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Utuman ilaalaa jiruus, bubbee cimaan+ tokko kaaba irraa yommuu dhufu nan arge; duumessi guddaanii fi ibiddi*+ ifa cimaadhaan marfame jira ture; ibiddicha gidduudhaas wanti sibiila calaqqisu* fakkaatu tokko ni baʼe.+ Hisqiʼel 1:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Wanta mudhii isaa fakkaatuu fi sanaa olitti argamu irraa wanta akka sibiila calaqqisuu+ taʼee fi akka ibiddaa ifu tokko nan arge; mudhii isaatii gadittis wanta ibidda fakkaatu tokko nan arge.+ Ifni guddaan tokko isatti marsee jira ture;
4 Utuman ilaalaa jiruus, bubbee cimaan+ tokko kaaba irraa yommuu dhufu nan arge; duumessi guddaanii fi ibiddi*+ ifa cimaadhaan marfame jira ture; ibiddicha gidduudhaas wanti sibiila calaqqisu* fakkaatu tokko ni baʼe.+
27 Wanta mudhii isaa fakkaatuu fi sanaa olitti argamu irraa wanta akka sibiila calaqqisuu+ taʼee fi akka ibiddaa ifu tokko nan arge; mudhii isaatii gadittis wanta ibidda fakkaatu tokko nan arge.+ Ifni guddaan tokko isatti marsee jira ture;