LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 1:19-21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yommuu uumamawwan jiraatoon kun sochoʼan hundumaatti geengoowwan sunis isaanii wajjin sochoʼu turan; yommuu uumamawwan jiraatoon kun lafa irraa ol kaʼanitti geengoowwan sunis ol kaʼu turan.+ 20 Isaan bakka hafuurichi dhaqu hundumaatti, bakka hafuurichi akka deeman isaan kakaasu ni deemu turan. Hafuurri uumamawwan jiraatoo sana irratti hojjetu* geengoowwan sana keessas waan jiruuf, geengoowwan sunis isaanii wajjin ol kaʼu turan. 21 Yommuu isaan sochoʼan, kanneen kunis ni sochoʼu, yommuu isaan dhaabbatan immoo kanneen kunis ni dhaabbatu turan; yommuu isaan lafa irraa ol kaʼan geengoowwan sunis isaanii wajjin ol kaʼu turan; sababiin isaas, hafuurri uumamawwan jiraatoo sana irratti hojjetu geengoowwan sana keessas jira ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi