Hisqiʼel 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Waggaa 30ffaatti, jiʼa arfaffaa keessaa guyyaa shanaffaatti, utuman laga Kebaar+ bira namoota boojiʼaman+ gidduu jiruu, samiiwwan ni banaman; anis mulʼata Waaqayyo biraa dhufe nan arge. Hisqiʼel 1:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Mataa uumamawwan jiraatoo sanaatii olitti wanti diriiraan akka cabbii ajaaʼibsiisaa calaqqisu tokko jira ture; kunis mataa isaaniitii olitti diriiree jira ture.+
1 Waggaa 30ffaatti, jiʼa arfaffaa keessaa guyyaa shanaffaatti, utuman laga Kebaar+ bira namoota boojiʼaman+ gidduu jiruu, samiiwwan ni banaman; anis mulʼata Waaqayyo biraa dhufe nan arge.
22 Mataa uumamawwan jiraatoo sanaatii olitti wanti diriiraan akka cabbii ajaaʼibsiisaa calaqqisu tokko jira ture; kunis mataa isaaniitii olitti diriiree jira ture.+