LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 24:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Waaqa Israaʼeliin ni argan.+ Miila isaa jalas wanti akka dhagaa afamaa safiroos* fakkaatu jira ture; wanti sun akkuma samii qulqulluu ture.+

  • Faarfannaa 96:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Ulfinnii fi simboon isa dura jiru;+

      Jabinnii fi miidhaginni iddoo qulqulluu isaa keessa jiru.+

  • Hisqiʼel 10:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Utuman ilaalaa jiruus, wanta diriiraa mataa kiruubelotaatii olitti argamu sana gubbaa wanta akka dhagaa safiroos taʼe tokko nan arge; bifti isaas teessoo fakkaata ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi