8 Utuma isaan namoota ajjeesaa jiranii ani kophaatti nan hafe; achiis adda kootiin gombifamee, “Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, wayyoo! Ati dheekkamsa kee Yerusaalem irratti dhangalaastee warra Israaʼel keessaa hafan hundumaa fixuuf jettaa?” jedheen iyye.+