-
Uumama 18:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Achiis Abrahaam Waaqayyotti dhihaatee akkana jedhe: “Ati dhuguma isa qajeelaa isa hamaa wajjin ni balleessitaa?+
-
-
Hisqiʼel 11:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Akkuman raajii kana dubbadheenis, Pelaatiyaan ilmi Benaayaa ni duʼe; anis adda kootiin gombifamee sagalee guddaadhaan, “Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, wayyoo! Ati warra Israaʼel keessaa hafan haxooftee fixuuf jettaa?” jedheen iyye.+
-