-
Ermiyaas 52:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Mootiin Baabilon ilmaan Zedeeqiyaa ijuma isaa duratti ni gorraʼe; bulchitoota Yihudaa hundumaas Riblaatti ni gorraʼe. 11 Achiis mootiin Baabilon ija Zedeeqiyaa ni jaamse;+ hidhaa sibiila diimaatiin hidhees gara Baabilonitti isa fide; hamma guyyaa duʼa isaattis mana hidhaa keessa isa turse.
-