LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 52:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis mooticha qabanii gara mootii Baabilon isa biyya Hamaat keessatti Riblaatti argamutti fidan; innis isa irratti ni murteesse.

  • Hisqiʼel 17:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Ani saaphana koo isa irratti nan diriirsa; innis saaphana koo isan ittiin qabuun ni qabama.+ Inni naaf amanamaa waan hin taaneef, ani gara Baabilonitti isa fidee achitti isatti nan murteessa.+ 21 Loltoonni isaa warri baqatan hundi goraadeedhaan kufu; warri hafanis kallattii hundumaatiin* ni bittinnaaʼu.+ Yeroo sanatti isin kana kan dubbate ana Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubattu.”’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi