LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 107:33, 34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Inni lageen gara gammoojjiitti,

      Burqaawwan bishaaniis gara lafa gogaatti ni jijjiira;+

      34 Hammina warra ishii keessa jiraniitiin kan kaʼe,

      Biyya oomisha kennitu gara lafa soogiddaa ona taʼetti jijjiira.+

  • Ermiyaas 6:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Akkuma boolli bishaanii bishaan qabbaneessutti,

      Ishiinis hammina ishii akkuma jirutti tursiti.

      Jeequmsii fi badiisni ishii keessatti ni dhagaʼama;+

      Dhukkubnii fi dhaʼichi yeroo hundumaa na dura jira.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi