LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 17:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yeroo kanatti Eeliyaas*+ Tishbichi inni Giiliyaad+ keessa jiraatu Ahaabiin, “Yihowaa Waaqa Israaʼel isa jiraataa isa ani tajaajiluun* nan kakadha, ajaja kootiin yoo taʼe malee waggoottan kanatti fixeensis taʼe bokkaan hin jiraatu!” jedhe.+

  • 1 Mootota 17:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Haa taʼu malee, biyyattii keessa bokkaan waan hin jirreef guyyoota muraasa booda lagichi ni goge.+

  • Isaayyaas 42:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Gaarotaa fi tabbawwan nan balleessa,

      Biqiltuu isaanii hundumaas nan gogsa.

      Lageen gara odolawwaniitti* nan jijjiira,

      Kuufamawwan bishaanii biqiltuudhaan guutamanis nan gogsa.+

  • Amoos 4:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 ‘Akkasumas, makarri gaʼuu isaa jiʼa sadii dura bokkaa isin nan dhowwadhe.+

      Magaalaa tokko irratti akka roobu, magaalaa kan biraa irratti immoo akka hin roobne nan godhe.

      Maasiin tokko bokkaa ni argate,

      Maasiin inni bokkaa dhabe immoo ni goge.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi