-
Keessa Deebii 28:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Samiin sii olitti argamu sibiila diimaa, lafti si jalatti argamus sibiila ni taʼa.+ 24 Yihowaanis hamma ati balleeffamtutti bokkaan samii irraa biyya kee irratti roobu daakuu fi awwaara akka taʼu ni godha.
-