LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 16:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Sababiin isaas, Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Kunoo, iddoo kanatti, bara keessanitti ijuma keessan duratti ani sagalee gammachuu fi sagalee ililchuu, sagalee misirrichaa fi sagalee misirrittii nan callisiisa.’+

  • Anbaaqom 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 “Saboota ilaalaa, xiyyeeffannaas isaaniif kennaa!

      Dinqisiifannaadhaan ilaalaa, ajaaʼibsiifadhaas;

      Sababiin isaas, wanti utuma isinitti himamee illee isin hin amanne tokko

      Bara keessanitti ni raawwatama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi