Ermiyaas 22:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Ani harka warra lubbuu kee balleessuu barbaadaniitti,* harka warra ati sodaattu sanaatti, harka Nebukadnezaar* mootii Baabilonittii fi harka Kaladootaatti dabarsee sin kenna.+
25 Ani harka warra lubbuu kee balleessuu barbaadaniitti,* harka warra ati sodaattu sanaatti, harka Nebukadnezaar* mootii Baabilonittii fi harka Kaladootaatti dabarsee sin kenna.+