-
Iyyaasuu 10:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Yeroo kanatti mootonni Amoorotaa+ shanan, jechuunis mootiin Yerusaalem, mootiin Kebroon, mootiin Yaarmut, mootiin Laakiishii fi mootiin Egloon raayyaawwan waraanaa isaanii wajjin walitti qabamanii irratti duuluudhaan ishii waraanuuf Gibeʼonitti marsan.
-
-
1 Mootota 21:25, 26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Dhuguma iyyuu, namni akka Ahaabitti haadha manaa isaa Iizaabeliin oofamee+ wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe gochuuf kutatee kaʼe* tokko illee hin jiru.+ 26 Inni wanta Amooronni warri Yihowaan Israaʼelota duraa ariʼe sun raawwachaa turan hunda raawwachuudhaan waaqolii tolfamoo balfamoo* taʼan duukaa buʼee wanta hunda caalaa jibbisiisaa taʼe raawwateera.’”+
-