LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 30:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Isaan eegumsa* Faraʼoon jalatti gaaddisa argachuuf,

      Gaaddidduu Gibxii jalattis dahoo argachuuf,

      Utuu gorsa na hin gaafatin*+ gara Gibxiitti gad buʼaniiru!+

       3 Eegumsi Faraʼoon irraa argamu qaanii,

      Dahoon gaaddidduu Gibxii jalatti argamus salphina isinitti fida.+

  • Ermiyaas 2:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Ati daandii kee isa jijijjiiramu kana akka laayyootti kan ilaaltu maaliifi?

      Akkuma warri Asoor si qaanessanitti,+

      Warri Gibxiis si qaanessu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi