Ermiyaas 2:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Durbi faayawwan ishii,Misirroonis sabbata ishii isa miidhagfame* ni irraanfattii? Sabni koo garuu guyyoota hammana hin jedhamneef na irraanfateera.+
32 Durbi faayawwan ishii,Misirroonis sabbata ishii isa miidhagfame* ni irraanfattii? Sabni koo garuu guyyoota hammana hin jedhamneef na irraanfateera.+