-
Ermiyaas 23:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 “Ani raajota Samaariyaa+ irratti wanta jibbisiisaa taʼe argeera.
Isaan maqaa Baʼaaliin raajii dubbatu,
Saba koo Israaʼeliinis karaa irraa jalʼisu.
-
-
Hisqiʼel 23:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Atis machii fi gaddaan,
Xoofoo sodaa fi xoofoo badiisaatiin ni guutamta,
Kunis, xoofoo obboleettii tee Samaariyaa ti.
-