Hisqiʼel 20:43 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Isinis achitti amala keessanii fi gochawwan keessan warra ittiin of xureessitan sana hundumaa ni yaadattu;+ wantoota hamoo raawwattan hundumaatiin kan kaʼes of* jibbitu.+
43 Isinis achitti amala keessanii fi gochawwan keessan warra ittiin of xureessitan sana hundumaa ni yaadattu;+ wantoota hamoo raawwattan hundumaatiin kan kaʼes of* jibbitu.+