LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Achiis balleessaa ofii isaanii, akkasumas balleessaa fi amanamummaa dhabuu abbootii isaanii ni himatu;+ ana mormuudhaan amanamoo utuu hin taʼin hafuu isaaniis ni amanu.+

  • Hisqiʼel 6:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Warri miliqanis saboota warra boojuudhaan itti fudhataman gidduu taaʼanii na yaadatu.+ Isaanis garaa isaanii isa amanamaa hin taane* isa na irraa gore+ sanaan, akkasumas ija isaanii isa waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo taʼan kajeeluudhaan* duukaa buʼe+ sanaan kan kaʼe garaan koo cabuu isaa ni hubatu. Isaan wanta hamaa fi jibbisiisaa raawwatan hundumaatiin kan kaʼe ni qaanaʼu, wantoota kanas ni jibbu.+

  • Hisqiʼel 16:61
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 61 Obboleettota kee warra angafoota kee fi quxisuuwwan kee taʼan yommuu simattutti ati gocha kee yaadattee ni qaanofta;+ anis isaaniin akka ijoollee durbaatti siif nan kenna; kana kanan godhu garuu kakuu keetiin kan kaʼe miti.’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi