2 Mootota 24:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Mootiin Baabilon Maataaniyaa isa wasiila Yehoyaakiin+ taʼe bakka isaa mootii godhe; maqaa isaas Zedeeqiyaatti+ jijjiire. Ermiyaas 37:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Zedeeqiyaan+ Mootichi ilmi Yosiyaas bakka Kooniyaa*+ ilma Yehoyaaqiim bulchuu jalqabe; sababiin isaas, Nebukadnezaar* mootiin Baabilon biyya Yihudaa keessatti mootii isa godhee ture.+
17 Mootiin Baabilon Maataaniyaa isa wasiila Yehoyaakiin+ taʼe bakka isaa mootii godhe; maqaa isaas Zedeeqiyaatti+ jijjiire.
37 Zedeeqiyaan+ Mootichi ilmi Yosiyaas bakka Kooniyaa*+ ilma Yehoyaaqiim bulchuu jalqabe; sababiin isaas, Nebukadnezaar* mootiin Baabilon biyya Yihudaa keessatti mootii isa godhee ture.+