LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 15:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Dubbiin kee ni argame, anis nan nyaadhe;+

      Yaa Yihowaa Waaqa Raayyaa, maqaa keetiin waanan waamameef,

      Dubbiin kee wanta garaa kootiif gammachuu fi ililcha argamsiisu naaf taʼeera.

  • Mulʼata 10:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Anis gara maleekaa sanaa dhaqeen maraa kitaabaa xinnoo sana akka anaaf kennu gaafadhe. Innis, “Fudhadhuu nyaadhu;+ inni garaa kee ni hadheessa, afaan kee keessatti garuu akka dammaa miʼaawa” naan jedhe. 10 Anis maraa kitaabaa xinnoo sana maleekaa sana harkaa fuudhee nan nyaadhe;+ inni afaan koo keessatti akka dammaa miʼaawaa taʼe,+ ergan nyaadhee booda garuu garaan koo hadhaaʼaa taʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi