LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 35:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 “Ati sirrii akka taate mirkanaaʼaa taʼuudhaan,

      ‘Ani Waaqayyo caalaa qajeelaa dha’ jettaa?+

  • Fakkeenya 19:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Gowwummaan namaa daandii isaa ni jalʼisa,

      Garaan isaas Yihowaatti ni dheekkama.

  • Hisqiʼel 33:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Sabni kee garuu, dhugumaan jalʼaa kan taʼe daandii isaanii taʼee utuu jiruu, ‘Daandiin Yihowaa jalʼaa dha’ jedhu.

  • Hisqiʼel 33:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “Isin garuu, ‘Daandiin Yihowaa jalʼaa dha’ jettaniittu.+ Yaa mana Israaʼel, ani akka daandii keessaniitti tokkoon tokkoon keessaniif murtii nan kenna.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi