Hisqiʼel 18:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 “‘Isin garuu, “Daandiin Yihowaa jalʼaa dha” jettu.+ Yaa mana Israaʼel, maaloo dhagaʼaa! Jalʼaa kan taʼe daandii koo tii?+ Jalʼaa kan taʼe daandii keessan mitii?+ Hisqiʼel 18:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 “‘Manni Israaʼel garuu, “Daandiin Yihowaa jalʼaa dha” jedhu. Yaa mana Israaʼel, jalʼaa kan taʼe dhuguma daandii koo tii?+ Jalʼaa kan taʼe daandii keessan mitii?’
25 “‘Isin garuu, “Daandiin Yihowaa jalʼaa dha” jettu.+ Yaa mana Israaʼel, maaloo dhagaʼaa! Jalʼaa kan taʼe daandii koo tii?+ Jalʼaa kan taʼe daandii keessan mitii?+
29 “‘Manni Israaʼel garuu, “Daandiin Yihowaa jalʼaa dha” jedhu. Yaa mana Israaʼel, jalʼaa kan taʼe dhuguma daandii koo tii?+ Jalʼaa kan taʼe daandii keessan mitii?’