Isaayyaas 55:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+ 1 Ximotewos 4:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Ofii keetii fi barumsa barsiistuuf yeroo hunda xiyyeeffannaa kenni.+ Wantoota kanatti cimi; kana yoo goote ofis taʼe warra si dhagaʼan ni oolchita.+
7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+
16 Ofii keetii fi barumsa barsiistuuf yeroo hunda xiyyeeffannaa kenni.+ Wantoota kanatti cimi; kana yoo goote ofis taʼe warra si dhagaʼan ni oolchita.+