LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 13:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Faraʼoon yeroo sabicha gadhiisetti, achiin dhihoo taʼus, Waaqayyo karaa gara biyya Filisxeemotaa geessuun isaan hin geggeessine. Waaqayyo akkana kan godhe, “Sabichi yommuu waraanni isaan mudatu yaada isaanii jijjiiranii gara biyya Gibxiitti deebiʼuu dandaʼu” jedhee waan yaadeef ture. 18 Kanaafuu, Waaqayyo sabichi karaa lafa onaa isa naannoo Galaana Diimaatti argamu sanaa irra naannaʼee akka deemu godhe.+ Haa taʼu malee, Israaʼelonni biyya Gibxii keessaa kan baʼan akka loltoonni waraanaaf tarree galanii baʼanitti ture.

  • Baʼuu 15:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Boodas Museen Israaʼelota Galaana Diimaa biraa fuudhee deeme; isaanis gara lafa onaa Shuuritti qajeelan; guyyaa sadiifis lafa onaa keessa deeman; haa taʼu malee, isaan bishaan hin arganne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi