Hisqiʼel 11:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Kanaafuu akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Kana malees, ani saboota keessaa walitti isin nan qaba; biyyoota itti bittinnooftan keessaa isin nan sassaaba; biyya Israaʼelis isiniif nan kenna.+
17 “Kanaafuu akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Kana malees, ani saboota keessaa walitti isin nan qaba; biyyoota itti bittinnooftan keessaa isin nan sassaaba; biyya Israaʼelis isiniif nan kenna.+