Baʼuu 23:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 “Oduu dhugaa hin taane hin babalʼisin.*+ Hamminaan ragaa baʼuudhaan nama hamaa hin deggerin.+ Leewwota 19:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “‘Saba kee gidduu naannoftee maqaa hin balleessin.+ Lubbuu* namaa balleessuuf hin kaʼin.*+ Ani Yihowaa dha.
16 “‘Saba kee gidduu naannoftee maqaa hin balleessin.+ Lubbuu* namaa balleessuuf hin kaʼin.*+ Ani Yihowaa dha.