LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 21:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Isaan, ‘Maaliif aadda?’ jedhanii yoo si gaafatan, ati immoo, ‘Oduu tokko dhagaʼeeni’ isaaniin jetta. Sababiin isaas, inni dhugumaan ni dhufa, garaan hundi sodaadhaan ni baqa, harki hundi lamshaaʼee ni rarraʼa, hafuurri hundi ni dadhaba, jilba hunda irras bishaan ni yaaʼa.*+ ‘Kunoo, inni dhugumaan ni dhufa; eeyyee, ni raawwatama’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi