LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 7:15-17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Alaa goraadeetu jira,+ keessaa immoo golfaa fi beelatu jira. Namni dirree keessa jiru kam iyyuu goraadeedhaan duʼa; beellii fi dhaʼichis warra magaalattii keessa jiran ni nyaata.+ 16 Isaan keessaa warri miliqanii oolan gaarotatti ol baʼu; tokkoon tokkoon isaaniis balleessaa isaaniitiin kan kaʼe akkuma gugee* sulula keessa jirtuutti ni aadu.+ 17 Harki isaanii hundi lamshaaʼee ni rarraʼa; jilbi isaanii hundi bishaaniin ni jiidha.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi