Iyyaasuu 24:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Kanaafuu, Yihowaa sodaadhaa; garaa qulqulluu* fi amanamummaadhaan* isa tajaajilaa;+ waaqolii ormaa warra abbootiin keessan Lagicha* gamattii fi biyya Gibxii keessatti+ tajaajilan of biraa balleessaatii Yihowaa tajaajilaa.
14 “Kanaafuu, Yihowaa sodaadhaa; garaa qulqulluu* fi amanamummaadhaan* isa tajaajilaa;+ waaqolii ormaa warra abbootiin keessan Lagicha* gamattii fi biyya Gibxii keessatti+ tajaajilan of biraa balleessaatii Yihowaa tajaajilaa.