LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 21:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ani safartuu wadaroo Samaariyaa ittiin safareen+ Yerusaalemiin nan safara;+ tumbii* isan mana Ahaab+ ittiin ilaaletti nan fayyadama; akkuma namni tokko saanii golboo haxaaʼee qulqulleessee gad gombisutti Yerusaalemiin haxaaʼee nan qulqulleessa.+

  • Ermiyaas 25:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana naan jedheera: “Xoofoo daadhii wayinii dheekkamsaa kana harka koo irraa fuudhiitii saboota ani itti si ergu hundumaa obaasi.

  • Daaniʼel 9:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ati badiisa guddaa nu irratti fiduudhaan wanta akka nu irrattii fi bulchitoota keenya warra nu bulchaa turan* irratti akka fiddu dubbatte sana raawwatteetta;+ wanti Yerusaalem keessatti raawwatame guutummaa samii jalatti raawwatamee hin beeku.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi