2 Saamuʼel 15:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Daawit yeroo Gaara* Ejersaatti+ ol baʼu booʼaa ture; inni mataa isaa haguuggatee miila duwwaa deema ture. Namoonni isaa wajjin turan hundis mataa isaanii haguuggatanii booʼaa ol baʼu turan.
30 Daawit yeroo Gaara* Ejersaatti+ ol baʼu booʼaa ture; inni mataa isaa haguuggatee miila duwwaa deema ture. Namoonni isaa wajjin turan hundis mataa isaanii haguuggatanii booʼaa ol baʼu turan.