-
Maatewos 21:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Gara Yerusaalemitti dhihaatanii Beetafaagee ishii Gaara Ejersaa irra jirtu yommuu gaʼan Yesuus barattoota isaa lama erge;+
-
-
Hojii Ergamootaa 1:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Achiis gaara isa Gaara Ejersaa jedhamu irraa gara Yerusaalemitti deebiʼan;+ gaarri kun Yerusaalemitti dhihoo yeroo taʼu, hamma fageenya guyyaa Sanbataatti deemuun heyyamamu qofa fagaata ture.
-