LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 24:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Sababiin isaas, akkuma bakakkaan baha biiftuutii kaʼee hanga lixa biiftuutti ibsu, argamni* Ilma namaas akkanuma ni taʼa.+

  • Maatewos 24:37-39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Sababiin isaas, akkuma bara Nohitti taʼee ture,+ argamni* Ilma namaas akkasuma ni taʼa.+ 38 Bara Bishaan Badiisaa dura ture sanatti hanga guyyaa Noh doonichatti galetti,+ akkuma namoonni nyaachaa, dhugaa, dhiironni fuudhaa, dubartoonnis heerumaa turan, 39 akkasumas hanga Bishaan Badiisaa sun dhufee hunduma isaanii haree sokketti+ akkuma hin hubanne, argamni Ilma namaas akkanuma ni taʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi