26 Kana malees, akkuma bara Nohitti+ taʼee ture, bara Ilma namaattis akkasuma ni taʼa:+ 27 Hanga guyyaa Noh doonichatti galettii+ fi Bishaan Badiisaa sun dhufee hunda isaanii balleessetti,+ namoonni bara sanaa nyaachaa, dhugaa, dhiironni fuudhaa, dubartoonnis heerumaa turan.