LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 13:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 diinni inkirdaadicha facaase Diyaabilosi. Yeroon makaraa, dhuma sirna* kanaa ti; warri haaman immoo maleekota dha.

  • Maatewos 28:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 wanta ani isin ajaje+ hunda akka eeganis isaan barsiisaa. Kunoo, ani hanga dhuma sirna* kanaatti+ guyyaa hundumaa isinii wajjinan jira.”

  • Maarqos 13:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yesuus fuullee mana qulqullummaatiin utuu Gaara Ejersaa irra taaʼee jiruu, Pheexiros, Yaaqoob, Yohaannisii fi Indiriyaas kophaatti gara isaa dhufanii akkana jedhanii isa gaafatan: 4 “Nutti himi, wantoonni kun yoom raawwatamu? Wantoonni kun hundi yoom akka raawwataman mallattoon argisiisu hoo maali dha?”+

  • Luqaas 21:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Isaanis, “Barsiisaa, wantoonni kun yoom raawwatamu? Wantoonni kun yoom akka raawwataman mallattoon argisiisu hoo maali dha?”+ jedhanii isa gaafatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi