Maatewos 24:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yesuus utuu Gaara Ejersaa irra taaʼee jiruu barattoonni isaa kophaatti gara isaa dhufanii, “Nutti himi, wantoonni kun yoom raawwatamu? Mallattoon argama*+ keetii fi kan dhuma sirna* kanaa maali dha?”+ isaan jedhan. Maarqos 13:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Nutti himi, wantoonni kun yoom raawwatamu? Wantoonni kun hundi yoom akka raawwataman mallattoon argisiisu hoo maali dha?”+
3 Yesuus utuu Gaara Ejersaa irra taaʼee jiruu barattoonni isaa kophaatti gara isaa dhufanii, “Nutti himi, wantoonni kun yoom raawwatamu? Mallattoon argama*+ keetii fi kan dhuma sirna* kanaa maali dha?”+ isaan jedhan.
4 “Nutti himi, wantoonni kun yoom raawwatamu? Wantoonni kun hundi yoom akka raawwataman mallattoon argisiisu hoo maali dha?”+