Maatewos 13:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 diinni inkirdaadicha facaase Diyaabilosi. Yeroon makaraa, dhuma sirna* kanaa ti; warri haaman immoo maleekota dha. Maatewos 13:49 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 49 Dhuma sirna* kanaattis akkanuma ni taʼa. Maleekonni dhaqanii hamoota qajeelota irraa gargar baasu; Maatewos 24:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yesuus utuu Gaara Ejersaa irra taaʼee jiruu barattoonni isaa kophaatti gara isaa dhufanii, “Nutti himi, wantoonni kun yoom raawwatamu? Mallattoon argama*+ keetii fi kan dhuma sirna* kanaa maali dha?”+ isaan jedhan.
39 diinni inkirdaadicha facaase Diyaabilosi. Yeroon makaraa, dhuma sirna* kanaa ti; warri haaman immoo maleekota dha.
49 Dhuma sirna* kanaattis akkanuma ni taʼa. Maleekonni dhaqanii hamoota qajeelota irraa gargar baasu;
3 Yesuus utuu Gaara Ejersaa irra taaʼee jiruu barattoonni isaa kophaatti gara isaa dhufanii, “Nutti himi, wantoonni kun yoom raawwatamu? Mallattoon argama*+ keetii fi kan dhuma sirna* kanaa maali dha?”+ isaan jedhan.