Hisqiʼel 33:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yeroo dheeraa booda, boojiʼamnee waggaa 12ffaatti, jiʼa kurnaffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa shanaffaatti namni Yerusaalem irraa miliqe tokko gara koo dhufee,+ “Magaalattiin rukutamteetti!” naan jedhe.+
21 Yeroo dheeraa booda, boojiʼamnee waggaa 12ffaatti, jiʼa kurnaffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa shanaffaatti namni Yerusaalem irraa miliqe tokko gara koo dhufee,+ “Magaalattiin rukutamteetti!” naan jedhe.+