LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 24:25-27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 “Ati garuu yaa ilma namaa, guyyaa ani isaan irraa dahoo isaanii ishii bareedduu madda gammachuu isaanii taate, ishii baayʼee jaallatanii fi hawwii garaa* isaanii taate, ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaanii wajjin fudhadhutti,+ 26 namni miliqe tokko oduu isaa sitti ni hima.+ 27 Atis guyyaa sanatti afaan kee banattee nama miliqe sanatti ni dubbatta; sana booda calluma hin jettu.+ Ati isaaniif mallattoo ni taata; isaanis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi