-
Isaayyaas 23:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Inni galaanicha irratti harka isaa diriirseera;
Mootummootas sochooseera.
Yihowaan dahoowwan Fiinqee akka balleeffaman ajajeera.+
-
-
Amoos 1:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kanaafuu, ani dallaa Xiiros irratti ibidda nan erga,
Innis masaraawwan ishii warra ciccimoo ni nyaata.’+
-