-
Hisqiʼel 26:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Isaan Dallaawwan Xiiros ni balleessu, masaraawwan ishiis ni diigu;+ anis biyyoo ishii irraa haxaaʼee nan balleessa; qarsaa calaqqisuu fi qullaa taʼes ishii nan godha. 5 Ishiinis galaanicha gidduutti bakka saaphana qurxummii afanii itti gogsan ni taati.’+
“Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Sababiin isaas, ani kana dubbadheera; saboonnis ishii ni saamu.
-