-
Hisqiʼel 32:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Namoonni hedduun akka sodaatan nan godha,
Mootonni isaaniis yommuu ani isaan duratti goraadee koo mirmirsutti sababii keetiin sodaadhaan ni hollatu.
Guyyaa kufaatii keetti
Tokkoon tokkoon isaanii lubbuu isaaniitiif sodaatanii yeroo hundumaa ni romʼu.’
-